Header Ads Widget

Responsive Advertisement

Ticker

6/recent/ticker-posts

Mammaaksa

 


M a m m a a k s a O r o m o o

W a l a a B a r s i i s n u!

====================

1® "Ee bada loonii jedhe Leenci moonaa seene"!

2® Harree ganama badde galgala kurkurriin hin

deebisu!

3® "Jiruun tole harma jige kaasa" jedha oromoon!

4® "Waan waaqaa hinbeekan haadha waaqoo naan

jedhaamee" jette maseenni"!

5® "Haadha yoo garaa beekan ilmoo jalaa qabatu"!

6® " Kan lafatti jibban ol kaatee namatti sirbiti"

jedha oromoon!

7® "Anaafis rafuu hintaatu, siifis nyaachuu hintaatu

osoo na dhiifte" jedhe namichi Tafkiidhaan!

8® Lafa malee laagaan walitti hinyaa'u!

9® Obsa horachuu yoo barbaadde Re'ee tiksi!

10® "Otoo garaan beekuu afaan dubbii dida" jedhe

jaarsi!

11® "Fuula hinaaffaan # gurraachisse dibanni hin

ibsu"!

12® "Nama bara baasantu, manaa nama baasa"

oromootu jedhe!

13® Allaattin ka'umsa badde, qubsumaaf rakkatti!

14® "Situ diriiree ofqochisiise jedhe Gaarri lafa

diriiraa of jalatti ilaalee"!

15® "Wajjin bulla yoo jette qeensa qoradhu, addaan

 qaladhu" jette cittoon!

   


By Umar Jamaal

Post a Comment

0 Comments