Header Ads Widget

Responsive Advertisement

Ticker

6/recent/ticker-posts

Qormaanni kutaa 8ffaa gadi lakkiifaamuu biiroon barnoota oromiyaa ifoomsee jiraa

 Qormaanni kutaa 8ffaa gadi lakkiifaamuu biiroon barnoota oromiyaa ifoomsee jiraa 


Qormaanni kutaa 8ffaa akka naannoo ( regional assessment ) kan kennaamu yoo ta'u naannoo oromiyaas qormaata kana kan bara 2013 barattoota 482,613 tiif qorumsaa kennun isaa ni yadaatama.

   Akkaa biirichi ifaa taasiseetti   Barattoota 482,613 qorumsaa fudhaatan keessaa barattoonni 469,882 qabxii manajimeenti murteessee fiduun garaa kutaa 9ffaatti darbani jiruu. Barattoonni qabxii darbiinsaa fidaan Kunis parsaanti 97.4% ta'u.

Barattoonni qabxii darbiinsaati gadi fidaan immoo 12731 (2.6%) ta'u jedhamee

 Qabxiin darbiinsaa manajimeenti murteessee dhiiraaf 45, duraaf 43. Barattoota qaroo dhabeeyyii anaalee horsiisee bulaan alaatiif dhiiraaf 43 dubaraaf 41 Barattoota Aanaalee horsiisee bulaa bara 2013 qormaata kutaa 8ffaa fudhaataniif immoo qabxiin darbiinsaa ; dhiiraaf 43 dubaraaf 41 too ta'u qaroo dhabeeyyii Aanaalee horsiisee bulaati argamaniif immoo dhiiraaf 41 dubaraaf 39 yoo ta'u Barattoota fedhii addaa qabaniif immoo dhiiraaf 41 dubaraaf 39 ta'u biiroon barnoota oromiyaa ifoomsee jiraa


Biirichi qabxiin Barattoota sadaarkaa sadaarkaan karaa teeknooloojiitin ( telegram, website fi kkf) manneen barnoota waan qaqqaabuuf, manneen barnoota qabxii Barattoota fudhachuudhan galmee kutaa itti aanuu akkaa taasiisan ibsee jiraa

Post a Comment

0 Comments