Header Ads Widget

Responsive Advertisement

Ticker

6/recent/ticker-posts

Caffeen oromiyaa motummaa harawaa huddeessuuf jedhamee


Caffeen oromiyaa walgahii guyyaa har'a ta'un motummaa harawaa yno hundeessaa jedhamee eeggama.


Yaa'i caffee isaa duraa walgahii 1ffaa har'a hojii caffee 6ffaa guyyaa har'a ta'uuf jedhuu irraatti motummaa naannoo oromiyaa har'a ni hudeessa jedhe. 

Mudamni guyyaa har'a kennamuuf jiruus af-yaa'ii fi af-yaa'ii itti aanaa/ttu akkaasumaas President fi president itti aanaa/ttun naannoo oromiyaa no mudamaa jedhamee eeggama


Dabalanis president man murtii walii galaafi ittin aanaa president Mana murtii walii galaa oromiyaa ni mudamaa jedhamee eeggama jiraa. Fuula Facebook oromia communication bureau irraa oddeeffaannee

Post a Comment

0 Comments