Header Ads Widget

Responsive Advertisement

Ticker

6/recent/ticker-posts

Pireezidaantiin MNO Obbo SHimallis Miseensota Kaabinee isaanii haala armaan gadiin Caffeef dhiyeessaniiru

 Muudamni guyyaa har'a caffeen oromiyaa tasisee isaa kana fakkaata


 Pireezidaantiin MNO Obbo SHimallis  Miseensota Kaabinee isaanii haala armaan gadiin Caffeef dhiyeessaniiru.

//

1. Obbo Awwal Abdii Abdoo - I/A/Pireezidaantii MNO

2. Obbo Fiqaaduu Tasammaa - Caffeetti Bakka Bu'aa Mootummaa 

3. Dr. Girmaa Amantee - Sad. I/A/Pir. Qind. Kil. Horataalee Moot.

4. Aadde Maskaram Dabbabaa - Sad. I/A/Pir. Hoog. Biiroo Galiiwwanii

5. Obbo Addisuu Araggaa - Sad. I/A/Pir. Qind. Kilaastara Magaalaa 

6. Obbo Abdurrahmaan Abdallaa - Sad. I/A/Pir. Qind. Kil. Mis. Baad.

7. Obbo Abdulhakiim Muluu - Sad. I/A/Pir. Qind. Kil. Hawaasummaa

8. Obbo Abarraa Warquu - Hoog. Biiroo Qonnaa

9. Aadde Addunyee Ahimad - Hoog. Biiroo Abbaa Alangaa 

10. Obbo Shaafii Huseen - Hoog. Biiroo Bulchiinsaafi Nageenyaa

11. Inj/r Miiliyoon Baqqalaa - Hooggantuu Biiroo Bishaaniifi Inarjii

12. Obbo Tolasaa Gaddafaa - Hoogganaa Biiroo Maallaqaa 

13. Obbo Abarraa Bunoo - Hoog. Waajjira Milishaa

14. Aadde Saamiyaa Abdallaa - Hoog. Biiroo Dh/Darg. fi Ispoortii

15. Obbo Guyyoo Galgaloo - Hoog. Biiroo Misooma Manneenii

16. Obbo Ahimad Idris - Hoog. Biiroo Carraa H/ Uumuufi Og.

17. Aadde Hawwaa Ahimad - Hoog. Biiroo Daldalaa

18. Dr. Mangistuu Baqqalaa - Hoog. Biiroo Fayyaa 

19. Aadde Sa'aadaa Usmaan - Hoog. Biiroo Aadaafi Tuuriizimii

20. Obbo Guutaa Lachooree - Hoog. Biiroo Lafaa 

21. Aadde Masarat Asaffaa - Hoog. Ej. Babal'ina W/Hojii Gamtaa

22. Dr. Tashoomaa Addunyaa - Hoog. Biiroo Invastimantiifi Industirii

23. Inj/r Helen Taammiruu  - Hoog. Biiroo Daandiiwwaniifi Loojistikii

24. Dr. Tolaa Bariisoo - Hoog. Biiroo Barnootaa

25. Dr. Inj/r Masaay Daalee Tulluu - Hoog. Biiroo Jallisiifi Hor. Bulaa

26. Aadde Jamiilaa Simbirruu - Hoog. Biiroo Dh/Dub.fi Daa'im.

27. Obbo Araarsoo Biqilaa - Hoog. Biiroo Dh/Hojjataafi Haw.

28. Obbo Hayiluu Addunyaa - Hoog. Biiroo Koom. Mootummaa 

29. Obbo Huseen Fayisoo - Hoog. Biiroo S/Sarvisiifi Qab. Namaa

30. Dr. Abdullaziiz - Komishinara Komishinii Karooraa

31. Obbo Geetuu Wayyeessaa - I/G/Waajjira Pir.fi M/Maree MNO

32. Aadde Kokobee Diidhaa - Hoog. Biiroo Dhaab. Misooma Moot.


ta'anii akka tajaajilaniif Caffeef dhiyaatanii, yaadnis miseensotarraa itti kennamee muudamni   isaanii ragga'ee jira. Muudamtoonnis sirna kakuu raawwataniiru


oromiateck.blogspot.com

Post a Comment

0 Comments